Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 19:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Hennaa san Philaaxoos Yesuusiin qabee dhaansise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Kanaan duubatti Philaaxos Yesusiin fudhatee ni dhaanssiseen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Kanaan maayessa Philaaxoos Yesuusiin qabee dhaansise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 19:1
16 Referans Kwoze  

Achiin maayessa isaan itti baldan, hin dhaanan, akka isa fannisaniif worra Yihuudota hin ta'initti dabarsanii isa kennan. Guyyaa saddaffa'aatitti du'aa hin ka'a.» isaaniin jedhe.


Eegasuu adabee isa hiika.»


Haga isa dhaananiin maayessa hin ajjeesan, guyyaa saddaffa'aatitti hin ka'a» isaaniin jedhe.


Isaan ammoo, «Fannisi» jedha'aa laagaa gudda'aan wocan; laagaan woca bani'iitii fi bulchoota gadootaa ka maraatuu caale.


Kanaafuu Raattotaa fi ogeeyyii barsiisota Seera Muuse'eellee gara keessan erga. Isin isaan keessaa garii hin ajjeeftan, kaan hin fanniftan, worra kaawwanillee mana Yihuudonni wolitti qabaman keessatti dhaantanii qachaa irraa gara qacha'aa ariitan.


Cubbuu irraa duunee, qajeellumma'aaf akka jiraannu, Kiristoos cubbuu keenna nafa ufiitiin fannoo irratti baadhate. Isin tumama madaa isaatiin fayyitaniirtan.


Kuuwwanillee itti shaqqaadamee tumamanii hidhamanii mana hidha'aatitti gataman.


Yihudonni afurtama ta'uu tokko hanqoo hennaa shanii shabbeenaan na tuman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite