Wongeela Yohaannis 18:9 - WAADAA LAMMATAA9 Kunillee, « Ka naa kennite kanniin keessaa tokkichallee hin balleessine» dubbiin jedhu akka raawwatamuuf. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Kun'llee ka ta'e «Yaa Abbaa, namoota naaf kennite keessaa tokkochuma'llee hin balleessine» dubbiin jedhee ture, akka raawwatamuuf. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Kun, «Ka naa kennite kanniin keessaa tokkochallee hin balleessine» dubbiin jedhu akka raawwatamuuf. Gade chapit la |