Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 18:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Yesuus deebisee ana isaaniin jedhe. Eeganaa Ana yoo soqa'aa jiraattan, kunniin haa deemanii dhiisa'aanii jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Inni'llee, «Ana isiniin jedhee jira, eegaa ka barbaadan ana eega ta'e isaan kanniin dhiisa'aanii haa deemanii» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Yesuus deebisee «ana isaaniin jedhe; Eeganaa Ana yoo soqa'aa jiraattan, kunniin haa deemanii dhiisa'aanii» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 18:8
13 Referans Kwoze  

Waan isin rakkisu maraa isa irratti dhiifadhaa'a.


Isinillee abboonni manaa! Akkuma Kiristoos woldaa Kiristaanaa jaalate, haadha manaa teessan jaaladhaa'a. Inni Woldaa Kiristaanaa dubbii ufiitiin bisaaniin dhiqee qulqulleessee Rabbii Woyyoomsu'uuf kana godhe.


Innillee, «Kennaan kiyya si gaya; hunni kiyyallee dadhabbii kee keessatti raawwatama naan jedhe; eeganaa hunni Kiristoosii akka na keessa buluuf gammachuu gudda'aan dadhabbii kiyyaan boonuu jaaladha.


Qormaata nama maraa irratti ta'uun ala qormaanni woyiituu isin irra hin geenne; haata'uu ammoo haga dandeettan caalaa akka qoramtan Rabbiin hin eeyyamne amanama'aa. Obsuu akka dandeettan qorumsa woliin karaa baataniinillee isinii qopheessa.


Amma isin maruu gara manaa hennaan bittinnooftan, sa'aatiin nallee hojjatti dhiiftan hin dhufa ammaa gayeera, haata'uu ammoo Aabba waan na woliin jiruuf hojja kiyyaa mit.


Simoon Pheexroosillee, «Gooftaa'a! Eessa dhaqa'aarta?» jedhee isa gaafate. Yesuusillee, «Gara ani deemu amma na faana deemuu hin dandeettu; haata'uu ammoo maayii na faanaa dhufta» jedhee deebiseef.


Yesuusillee ayyaana Faasika'aa dura adunyaa kana irraa hennaan gara Abba'aa deemu akka gaye beekee, worra isaa ka adunyaa kana irra jiran, worra jaalate haga dhumaa jaalate.


Anillee jireenna bara baraa isaanii kenna, baraa haga bara baraallee hin badan, harka kiyya keessaa eennullee isaan hin baasu.


Haata'uu ammoo kun martinuu wonti ta'eef Kitaaboleen raattotaa haa raawwatamu'uuf» jedheen. Hennaa san darasoonni martinuu Isa dhiisanii dheessan.


Akkasuma ammallee, «Eennuun barbaaddan?» jedhee isaan gaafate. Isaannillee, «Yesuusii Naazireeti'iiti» jedhaniin.


Kunillee, « Ka naa kennite kanniin keessaa tokkichallee hin balleessine» dubbiin jedhu akka raawwatamuuf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite