Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 18:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Akkasuma ammallee, «Eennuun barbaaddan?» jedhee isaan gaafate. Isaannillee, «Yesuusii Naazireeti'iiti» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Yesus'llee, «Eennuun barbaadan?» jechu'uun irra deebi'ee isaan ni gaafate. Isaan'llee, «Yesusii Naazireetiiti barbaanna» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Akkasuma ammallee, «Eennuun barbaaddan?» jedhee isaan gaafate. Isaanillee, «Yesuusii Naazireeti'iiti» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 18:7
4 Referans Kwoze  

Yesuusillee waan itti dhufuuf ta'u maraa beekee bayee, «Eennuun soqa'aartan?» isaaniin jedhe.


Raattotaan waan Yesuusii, «Inni ‹Naazireeticha› jedhama» jedhamee ka dubbatame akka raawwatamuuf, gara qachaa Naazireeti jedhamtuu dhaqee achi taa'e.


Eeganaa haga inni, «Aninuu isa» isaaniin jedheen maayessa uf duubaan sissiiqanii lafatti gad kufan.


Yesuus deebisee ana isaaniin jedhe. Eeganaa Ana yoo soqa'aa jiraattan, kunniin haa deemanii dhiisa'aanii jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite