Wongeela Yohaannis 18:6 - WAADAA LAMMATAA6 Eeganaa haga inni, «Aninuu isa» isaaniin jedheen maayessa uf duubaan sissiiqanii lafatti gad kufan. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Yesus'llee, «Ana» yeroo isaaniin jedhetti gara duubaa titti siiqaniiti, arddii irratti ni kufan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Eeganaa haga inni, «Aninuu isa» isaaniin jedheen maayessa uf duubaan sissiiqanii lafatti gad kufan. Gade chapit la |