Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 18:5 - WAADAA LAMMATAA

5 «Yesuusii Naazireetii ti» jedhanii deebisaniif. Yesuus, «Aninuu isa» isaaniin jedhe. Yihuudaan dabarsee isa kennellee isaanuma woliin dhaabateera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Isaan'llee, «Yesusii Naazireetiiti barbaanna» jedhaniin. Inni'llee «Ana!» isaaniin jedhe. Yihudaan dabarssee isa kenne'llee isaan woliin dhaabatee jira ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 «Yesuusii Naazireeti'iiti» jedhanii deebisaniif. Yesuus, «Aninuu isa» isaaniin jedhe. Yihuudaan dabarsee isa kennellee isaanuma woliin dhaabateera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 18:5
8 Referans Kwoze  

Philaaxoosillee akkasuma barreeffama barreessee fannoo irra kaaye. Barreeffamnillee, «Yesuusii Naazireetii mootii Yihuudi'ii» ka jedhu.


Filiphoos Naatinaa'eeliin argee, «Ka Muuseen Kitaaba seeraa keessatti waan isaa barreessee fi ka raattonnillee waan isaa barreessan ilma Yooseefii Yesuusii nama Naazireetii arganneerra» jedheen.


Gumiin isa woliin deema'aaran, «Kun Yesuusii raatticha qachaa Naazireetii ka lafa Galiila'aa keessatti argamuu dhufe» jedhan.


Raattotaan waan Yesuusii, «Inni ‹Naazireeticha› jedhama» jedhamee ka dubbatame akka raawwatamuuf, gara qachaa Naazireeti jedhamtuu dhaqee achi taa'e.


Yesuusillee waan itti dhufuuf ta'u maraa beekee bayee, «Eennuun soqa'aartan?» isaaniin jedhe.


Eeganaa haga inni, «Aninuu isa» isaaniin jedheen maayessa uf duubaan sissiiqanii lafatti gad kufan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite