Wongeela Yohaannis 18:3 - WAADAA LAMMATAA3 Kanaaf Yihuudaan loltoota bulchoota gadootaaf, Fariisonnillee ergamtoota simatanii, ibsoo shawa'aa, uffata lolaa, wonte'ee fi eboo qabatee garas isa faana dhufe. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Kanaaf Yihudaan miseensa lolttootaa tokko, akkuma kana itti gaafatamoota qeesotaatii fi Fariisota biraa worra ergaman, itti gaafatamoota wordiyyootaa qabatee gara bakka sanii ni dhufe, isaan'llee faanosaa fi xomborraa, meeshaa woraanaa'llee, qabatanii jiran ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Kanaaf Yihuudaan loltoota, bulchoota gadootaatii fi Fariisonnillee ergamtoota simatanii ibsoo shawa'aa, uffata lolaa, wonte'ee fi eboo qabatee garas isa faana dhufe. Gade chapit la |