Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 18:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Waan maali'ii na gaafattan? Worra waan ani itti hime dhagayan gaafadhu. Kunoo kunniin waan ani dubbadhe hin beekan jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 egaa, waayee maali'iitiif ana gaafatta ree? Worra yoo ani isaanitti dubbadhu dhageeffatan gaafadhu, waan dubbadhe isaan ni beekan.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Waan maali'ii na gaafattan? Worra waan ani itti hime dhagayan gaafadhu. Kunoo kunniin waan ani dubbadhe hin beekanii» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 18:21
7 Referans Kwoze  

«Kiristoos si'ii? mee nutti himi!» Inni ammoo, «Yoo ani isinitti hime, hin amantan;


Yesuusillee deebisee, «Ani namoota afo'otti addaataa Adunyatti dubbadheera. Mana sagada Yihuudonni maruu itti wolgayanitti Mana Woyyuu keessatti, Ani hennaa maraa barsiiseera; dhossa'atti womaa hin dubbanne.


Hennaa inni kana jedhe, worra hojjattootaa ka achi dhaabata'aa turan keessaa tokko, «Bulchaa gadootaatitti akkana deebiftaa?» jedhee, Yesuusiin dhabanaasa'aan dhaye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite