Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 18:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Yesuusii fi darasoonnillee hennaa hedduu achitti waan wol gayaniif ka dabarsee isa kenne Yihuudaanillee hulee san hin beeka.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Yesusii fi barattoonni isaa'llee yeroo mara bakka sanitti wol ni gayan waan turaniif, Yihudaan isa dabarssee kenne'llee bakka san ni beeka ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Yesuusii fi darasoonnillee hennaa hedduu achitti waan wol gayaniif Yihuudaan dabarsee isa kennellee hulee san hin beeka.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 18:2
4 Referans Kwoze  

Yesuus achi keessaa bayee akka aadaa isaa gara gaara ejersaa deeme. Darasoonnillee akkasuma isa faana deeman.


Yesuus guyyaa guyya'aan mana woyyuu keessatti barsiisa'aa ture. Halkan ammoo gara gaara ejersa jedhamu gubbaa bayee bula'aa ture.


Inni dhukkuba gaggabdo'oo waan qabuuf guddisee rakkata'aara. Hennaa hedduu ibiddaa fi bisaan keessatti kufa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite