Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 18:16 - WAADAA LAMMATAA

16 Pheexroos ammoo diida balbala dhaabateera. Eeganaa bulchaa gadootaa biratti beekkamaa ture. Darasaan biraallee bayee, ta balbala eeddutti himee, Pheexroosiin seensise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 Phexiros garuu gara alaatiin balbala biraan dhaabatee jira ture, barataan itti gaafatamaa Qeesotaa biratti beekkame sun'llee dhufeeti, shamaree balbala eegiddutti himee, Phexirosiin ni aseensise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 Pheexroos ammo diida balbala dhaabateera. Eeganaa bulchaa gadootaa biratti beekkamaa ture. Darasaan biraallee bayee ta balbala eeddutti himee Pheexroosiin seensise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 18:16
7 Referans Kwoze  

Pheexroos manaan ala dallawwa keessa taa'ee uduu jiru, Dubartiin hojjattuun takka gara isaa dhuftee, «Atillee Yesuusii Galiila'aa woliin turte!» jetteen.


Hennaa ayyaanaa san mootiin biyyaa nama hidhame ka baniin jaalatu tokko isaanii hiikuu aadaa qaba.


Hennaa ayyaana Faasika'aa Philaaxoos worra hidhaman keessaa nama tokko ka baniin gaafate isaanii hiiku'uuf aadaa qaban.


Marti isaaniituu wolta'anii, «Namicha kana balleessi Baarbaaniin nuu hiiki!» jedha'aa wocan.


Pheexroos hennaa balbala dhadhayu hojjattuun Roodee jedhamtu takka caqasu'uuf dhuftee,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite