Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 18:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Haannaan soddaa Qayyaaffa'aati, Qayyaaffaan ammoo bara san bulchaa gadootaati.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Jalqaba gara Haanna'aa ni fudhataniin, Haannaan'llee woggaa san keessa itti gaafatamaa qeesotaa ture Qayyaafa'aaf, soddaa isaa ni ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Haannaan soddaa Qayyaaffa'aati, Qayyaaffaan ammo bara san bulchaa gadootaati.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 18:13
9 Referans Kwoze  

Kanaaf Haannaan Yesuusiin akkuma hidhameen gara bulchaa gadootaa gara Qayyaaffa'aa ergeen.


Kana inni ufiin hin dubbanne, haata'uu ammoo baruma san bulchaa gadootaa waan tureef, Yesuus bani'iif du'u raaga dubbate.


Haannaanii fi Qayaafaan hennaa bulchaa gadootaa ta'aniiranitti dubbiin Rabbii gammoojjii keessatti gara ilma Zakkaariyaasii gara Yohaannisii dhufe.


Worri Yesuusiin qaban sun, barsiisonni Seera Muuse'eetii fi manguddoonni hulee gumiin itti wolgaye, gara bulchaa gadootaa gara Qayaafaa fidaniin. Pheexroos haga dallawa gadichaa irraa fagaatee faana deeme.


Achiin maayii hayyichi gadootaatii fi manguddoonni gumi'ii dallawwa gadicha guddaa Qayyaafaa jedhamuutitti walgayan.


Woggama san bulchaan gadootaa Qayyaaffaan, «Isin womaa hin beettan;


Yesuusiin qe'ee Qayyaffa'aatii gara moonaa bulchaa fidaniin, hennaan sunillee ganama ture. Isaannillee hoolaa ayyaana Faasika'aa waan nyaachuuf ta'aniif akka hin xuroofneef jedhanii gara Kaloo bulchaa hin seenne.


Yesuusillee deebisee, «Olii uduu sii kennamuu dhabaatee, silaa ana irratti baallii hin qabdu. Kanaafuu ka dabarsee sitti na kenneef cubbuun isaa ka caalu ta'a» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite