Wongeela Yohaannis 18:11 - WAADAA LAMMATAA11 Yesuusillee Pheexroosiin, «Guraadee kee qola keessatti gad deefadhu! Mijuu Abbaan kiyya naa kenne hin dhuguu?» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Yesus garuu Phexirosiin, «Billaya kee gara qola isaa titti deebisi! Duloo sarddamaa ka Waaqinni Abbaan naa kenne, waan hin dhuginneen sitti fakkaadha ree?» jedheen. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Yesuus Pheexroosiin, «Guraadee kee qola keessatti gad deebifadhu! Mijuu Abbaan kiyya naa kenne hin dhuguu?» jedheen. Gade chapit la |