Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 18:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Simoon Pheexroos guraadee waan qabateeruuf ol luqqifatee garbicha bulchaa gadootaa dhayee, gurra mirgaa irraa mure. Maqaan garbichaallee Maalkoos jedhama.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Simoon Phexiros'llee billaya qabatee waan tureef, luqqifateeti tajaajilaa itti gaafatamaa qeesotaa dhayee gurra isaa ka mirgaa ni mure, maqaan tajaajila'aa'llee Maalkos jedhama ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Simoon Pheexroos waan guraadee qabateeruuf ol luqqifatee garbicha bulchaa gadootaa dhayee gurra mirgaa irraa mure. Maqaan garbichaa «Maalkoos» jedhama.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 18:10
6 Referans Kwoze  

Ka isaan bira dhaabate keessaa tokko ammoo guraadee luqqifatee, hojjataa gadicha gudda'aa dhayee, gurra irraa mure.


Firri namicha Pheexroos gurra muree tokko, ka garbicha bulchaa Gadootaa ta'e keessaa, «Ani hulee biqiltu'uutitti isa woliin si hin arginee?» jedheen.


Innillee, «Gooftaa kiyya, ani gara mana hidha'aatii fi gara du'aallee si woliin deemu'uuf qophaayeera» isaan jedhe.


Yesuus Pheexroosiin, «Ani dhugamaan siin jedha; halkanuma kana uduu lukkuun hennaa lamaan hin iyyine ati hennaa sadihii na ganta» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite