Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 17:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Ani waan kanniin si kadhadha. Waan adunya'aatiif si hin kadhadhu; isaan waan naa kenniteef kan keellee waan ta'aniif.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 «Ani ka kadhadhu isaaniif, kunniin ka naaf kennite kee waan ta'aniif isaanii ni kadhadha, biyya lafaatiif ni kadhadhu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Ani waan kanniinii si kadhadha. Waan adunya'aatiif si hin kadhadhu; isaan waan naa kenniteef; keellee waan ta'aniif.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 17:9
17 Referans Kwoze  

Kiristoos gara mana woyyuu ta harka namaatiin hojjatamte woyyittii fakkeenna dhuga'aa ta taatetti waan hin seenneef; haata'uu ammoo inni amma Rabbiin afo'otti waan keennaaf mudhatu'uuf gara sami'ii isii keessa seene.


«Namoota adunyaa irratti naa kennite biratti maqaa kee ibseera. Worra kee turan, ati naa kennite. Isaanillee dubbii kee eeganiiran;


«Maruu akka tokko ta'aniif sababaa dubbii isaanii natti waan amananiif malee, kana callaa hin kadhu. Akka ati na ergiteef Adunyaan akka amanu ati Abbaa kiyya akkuma na woliin jirtu anillee isaan keessa isaanillee ammoo nuun tokko akka ta'an si kadhadha.


Ani ammoo akka amantaan kee hin banne sii kadhadhe. Atillee hennaa gara kiyya deebite obboleeyyan kee jabeessi!» jedheen.


Nu ijoollee Rabbii akka taaneef, adunyaan martuu hunna hamaa san jala akka jirtu hin beenna.


Ani Aabbaan hin kadhadha, Innillee baraa haga bara baraa ka isin woliin jiraatu ka isin jajjabeessu ka biraa isinii kenna. Innillee ka adunyaan hin arginee fi hin beenne waan ta'eef, ayyaana dhuga'aa ka isaan amanuu hin dandeenne. Haata'uu ammo isin bira waan jiraatuuf isin keessaallee waan jiraatuuf isin hin beettaniin.


Eennullee ka galmee jireennaatitti hin barreeffamne galaana ibiddaatitti gatame.


Uumama adunya'aatii jalqabee worri maqaan isaanii kitaaba jireennaa ka hoolaa qalamee keessatti hin barreeffamne, worri lafarra jiraatan maruu hin sagadaniif.


Waan isaaniitiif Rabbiin kadhachu'uuf, hennaa maraa lubbu'uun jiraata. Kanaaf, worra karaa isaatiin gara Rabbii dhufan sirima isaan fayyisuu danda'a.


Ka adunyaa maraa dogoggorsu, daabiloos yookiin ka seexana jedhamu, Jawween guddaan innillee bofni duraa sun gad-gara lafaa darbame. Maleekkonnillee isaan wol lolan.


Worri booyyee tissu waan ta'e haga argan, dheessanii qacha'aa fi baadiyyaa keessatti odeessan.


Yesuusillee, «Abbaa'a, isaan waan godha'aaranuu waan hin beenneef, isaanii dhiisi!» jedhe.


Ka Aabba naa kennu maruu gara kiyya dhufa. Anillee gara kiyya ka dhufu maraa sirimaa gara diidaa hin baasu.


Fedhiin ka na ergee, worra inni naa kenne maraa keessaa tokkochallee akka hin balleessine guyyaa dhumaa akka isa kaasuuf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite