Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 17:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Ka naa kennite maruu sirraa akka ta'e amma hin beekan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 ka naa kennite marrinuu si irraa akka ta'e, isaan amma beekanii jiran.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Ka naa kennite maruu si irraa akka ta'e amma hin beekan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 17:7
11 Referans Kwoze  

Wonti Aabbaa maruu kiyya. Kanaaf, ‹Ka ani qabu irraa fuudhee isinitti hima› jedhe.


Kiyya maruu keeti, kankeellee kiyya. Anillee waan isaaniitiif kabajjameera.


Kanaaf Yesuus, «Hennaa Ilma Namaa ol ol qabdan, akka ani isa ta'e akka Abbaan kiyya na barsiisee kana akka dubbadhuuf malee, ani ufumaan waan tokkollee akka hin goone hennaa san beettan.


Akka ani Aabbaa kiyya keessa jiru akka isinillee na keessa jiraattan akka anillee isin keessa jiru gaafa san hin beettan.


«Namoota adunyaa irratti naa kennite biratti maqaa kee ibseera. Worra kee turan, ati naa kennite. Isaanillee dubbii kee eeganiiran;


Dubbii naa kennite waan isaanii kenneera; isaanillee fudhataniiran; si biraallee akka dhufe dhugamaan beekaniiran akka ati na ergitellee amananiiran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite