Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 17:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Ammallee gara kee hin dhufa isaan biratti gammachuun kiyya ka raawwatame akka isaaniif ta'u kana biyya lafaa keessatti dubbadha.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Amma ani gara kee dhufuu kiyya, biyya lafaa irra yeroo jirutti gammachuun kiyya ka dubbadhu kan isa biratti, muda maleessa akka ta'uuf.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Ammallee gara kee hin dhufa isaan biratti gammachuun kiyya ka raawwatame akka isaaniif ta'u kana biyya lafaa keessatti dubbadha.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 17:13
17 Referans Kwoze  

Daraaraan Ayyaanaa ammoo, jaalala, gammachuu, Nagaya, obsa, arjummaa, mishooma.


Akka gammachuun kiyya isin keessa taa'u gammachuun keessanillee akka raawwatamu kana isinitti himeera.


Ka idaayyittiin jette inni Idaayya'a. Jaalli dhaabatee dhagayu ammoo laagaa Idaayyichaatitti guddisee gammada. Eeganaa gammachuun kiyya raawwatame.


Gammachuun keessan akka raawwatamuuf kana isinii barreessina.


Yesuus Aabbaan maraa harka isaatitti dabarsee akka kenne Rabbiin biraallee akkuma baye, gara Rabbiillee akka deemu beekee,


Ani waan isinii barreessu guddaa qaba. Qalamaan woraqata irratti isinii barreessuu hin jaalanne. Haata'uu ammoo akka gammaddaniif dhufee afaaniin isin qaassu'uuf abdii qaba.


Jeennanni Rabbii qajeellumma'aa fi nagaya gammachuu Ayyaana Woyyu'uuti malee, nyaataa fi dhuddoo waan hin taaneef.


Nageenni na'aan akka isinii ta'uuf kana isinitti himeera, biyya lafaa keessa hennaa jirtan hin rakkattan, haata'uu ammoo jabaadhaa'a! womaa mit ani biyya lafaa mooyadheera.»


Darasoonnillee gammachu'uu fi Ayyaana Woyyu'uun guuttaman.


Yesuusillee, «Amma hennama diqqoo isin woliin tura, achiin maayessa gara ka na ergee deema, na soxxan ammoo na hin argitan.


Ani ammaa achi adunyaa irra hin jiraadhu, isaan adunyaa kana irra jiraatan. Anillee gara kee dhufa. Abbaa Woyyuu'u ka naa kennite kanniin akka keenna tokko akka ta'aniif maqaa keetiin eegi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite