Wongeela Yohaannis 17:12 - WAADAA LAMMATAA12 Ani isaan woliin hennaa adunyaa tana irra jiru worra naa kennite maqaa keetiin eegeera; wonti kitaabni jedhe akka raawwatamuuf ilma badi'ii malee isaan keessaa eennullee hin banne Gade chapit laWaadaa Haarawa12 Ani isaan woliin yeroo turetti maqaa naa kenniteen isaan eegee jira, ani isaan ni eege, kanaaf dubbii Kitaaba Qulqullu'uu akka raawwatamu'uuf, kan ilma badi'ii malee gonkumaa isaan keessaa eennu'llee hin banne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Ani hennaa isaan woliin adunyaa tana irra jiru worra naa kennite maqaa kee ka naa kenniteen eegeera; wonti kitaabni jedhe akka raawwatamuuf ilma badi'ii malee isaan keessaa eennullee hin banne. Gade chapit la |