Wongeela Yohaannis 17:11 - WAADAA LAMMATAA11 Ani ammaa achi adunyaa irra hin jiraadhu, isaan adunyaa kana irra jiraatan. Anillee gara kee dhufa. Abbaa Woyyuu'u ka naa kennite kanniin akka keenna tokko akka ta'aniif maqaa keetiin eegi. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Ani ammaa achitti biyya lafaa irra hin jiraadhu, isaan garuu biyya lafaa irra ni jiran. Ani gara kee dhufuu kiyya, yaa Abbaa Qulqulluu, kunniin worra naa kennite akkuma keenna tokko akka ta'an ana maqaa anaa kenniteen isaan eegi. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Ani ammaa achi adunyaa irra hin jiraadhu; isaan adunyaa kana irra jiraatan. Ani gara kee dhufa. Abbaa Woyyuu'u! ka naa kennite kanniin akka keenna akka tokko ta'aniif maqaa keetiin isaan eegi. Gade chapit la |