Wongeela Yohaannis 17:1 - WAADAA LAMMATAA1-2 Yesuusillee kana dubbatee ija ufii gara sami'ii ol kaasee akkana jedhe, «Abbaa kiyya, sa'aatiin gayeera. Ilmi kee akka si kabajju foon uffataa maraa irratti baallii akka kenniteef worra kenniteef maraa akka jireenna bara baraa kennuuf Ilma kee kabajji. Gade chapit laWaadaa Haarawa1 Yesus kana eega dubbateen duubatti ol jedhee gara sami'ii laala'aa akkana ni jedhe, «Yaa Abbaa! Kunoo saa'aatiin gayee jira, Ilmi kee akka si kabajuuf Ilma kee kabajiin, Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Yesuus kana dubbatee ija ufii gara sami'ii ol kaasee akkana jedhe, «Abbaa kiyya! kunoo sa'aatiin gayeera. Gade chapit la |