Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 16:9 - WAADAA LAMMATAA

9-10 Waan cubbuu isaaniitiif waan natti hin amanneef, waan qajeellumma'aatiif gara Aabbaa waan deemuuf, asiin maayessa waan na hin argineef.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Waayee cubbu'uutiif ka saaxilu, anatti waan hin amanneef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9-10 Waan cubbuu isaaniitiif waan natti hin amanneef waan qajeellumma'aatiif gara Aabbaa waan deemuuf, asiin maayessa waan na hin argineef.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 16:9
18 Referans Kwoze  

Obboleeyyan tiyya! Maal laataa waan Rabbii jiraataa isin waakkachiisu dhartichaa fi onneen hin amanne isin keessaa tokkollee akka hin jiraanne uf eegaa'a!


Ka amane; ka cuuphamellee hin fayya; ka hin amanne ammoo itti murteeffama.


Ani duraan ka ari'u ka abaaruuf rakkisaa yoo ta'ellee inni kana naa godhe. Haata'uu ammoo uduu hin beekin waan uduu hin benne godheef araara argadhe.


Anillee duri seeraan ala jiraata'aa ture. Hennaa ajanyi dhufe ammoo cubbuun jiraattuu taate; anillee hin du'e.


Innillee dhufeeti waan cubbuu, waan qajeellumma'aatii fi waan murti'ii adunya'atti hima.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite