Wongeela Yohaannis 16:7 - WAADAA LAMMATAA7 Ani ammoo dhugaa isinitti hima, ani yoo deeme isinii woyya. Yoo ani hin deemnee ka isin jajjabeessu gara keessan waan hin dhufneef, ani yoo deeme ammoo isa isinii erga. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Ani garuu dhugaa isiniin jedha, deemuun kiyya isiniif ni fayyada, ani yoo hin deemin jabeessaan gara keessan hin dhufu, ani yoo deeme garuu isa isinii ni erga. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Ani ammo dhugaa isinitti hima; ani yoo deeme isinii woyya. Yoo ani hin deemnee ka isin jajjabeessu gara keessan waan hin dhufneef ani yoo deeme ammo isa isinii erga. Gade chapit la |