Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 16:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Amma ammoo gara ka na ergee deema; isin keessaallee eessa deemta? jedhee ka na gaafatu hin jiru.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Amma garuu gara ka ana ergee deemuu kiyya, ta'u'llee isin keessaa ‹garam deemitta› jedhee, ka ana gaafatu hin jiru.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Amma ammo gara ka na ergee deema; isin keessaallee ka eessa deemta? jedhee na gaafatu hin jiru.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 16:5
15 Referans Kwoze  

Simoon Pheexroosillee, «Gooftaa'a! Eessa dhaqa'aarta?» jedhee isa gaafate. Yesuusillee, «Gara ani deemu amma na faana deemuu hin dandeettu; haata'uu ammoo maayii na faanaa dhufta» jedhee deebiseef.


Yesuusillee, «Amma hennama diqqoo isin woliin tura, achiin maayessa gara ka na ergee deema, na soxxan ammoo na hin argitan.


Abbaa biraa bayee gara biyya lafaa dhufeera; ammallee biyya lafaa gad dhiisa; gara Aabbaallee hin deema.


Hujii akka ani hojjadhu ati naa kennite raawwadhee lafa irratti si kabajjeera.


Inni ka ulfinna isaa calanqisiisuu fi fakkeenna amala isaa ta'ee maraa baallii dubbii ufiitiin irkisa'aa, cubbuu keenna haga qulqulleesseen maayessa sami'itti mirgaa Rabbii ulfinna qabeessaa taa'e.


Yesuus Aabbaan maraa harka isaatitti dabarsee akka kenne Rabbiin biraallee akkuma baye, gara Rabbiillee akka deemu beekee,


Hennaa diqqo'oon maayessa na hin argitan, akkasuma hennaan diqotu jira na argitan, ani gara Aabbaa waan deemuuf.


‹Ani hin deema, gara keessanillee hin dhufa› akka isiniin jedhe dhageettaniirtan. Uduu ka na jaalattan ta'ee, waan Aabba na caaluuf, gara Aabbaa waan deemeef silaa hin gammaddan.


Eeganaa Ilmi Namaa gara hulee dura tureetitti hennaa ol bawu yoo argitan atta ta'ittu?


Ammallee gara kee hin dhufa isaan biratti gammachuun kiyya ka raawwatame akka isaaniif ta'u kana biyya lafaa keessatti dubbadha.


Darasoota keessaa gariin, « ‹Hennaa diqo'otu jira, na hin argitan; ammallee hennaa diqo'otu jira, na argitanille'e; deebi'ee gara Aabbaa deema› ka jedhu kun maali'i?» woliin jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite