Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 16:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Haata'uu ammoo yoo hennaan gaye, akka ani isinitti himetti akka yaaddaniif kana isinitti hime. Qara waan isin woliin jiruuf kana isinitti hin himne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Kana isinitti dubbachuun kiyya garuu, yeroon yoo gayu maal akka isiniin jedhe, akka yaadattaniif.» «Kana maraa asiin durana ka isinitti himuu dhabe, isin woliin waan tureef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Haa ta'uu ammo yoo hennaan gaye akka ani isinitti himetti akka yaaddaniif kana isinitti hime. Qara waan isin woliin jiruuf kana isinitti hin himne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 16:4
15 Referans Kwoze  

Haga ta'een maayessa akka amantan kun uduu hin taane isinitti himeera.


Isin ammoo uf eeggadhaa'a! Ani waan maraa dursee isinitti himeera.


Hennaa wonti sun ta'e ana akka ta'e akka amantaniif ammaa jalqabee firrisee uduu hin taane isinitti hima.


Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Worri jaalaa Idaayyaan uduu isaan woliin jiru hin gaddanii? Haata'uu ammoo ji'oonni idaayyaan isaan biraa fudhatamu hin dhufa; hennaa san sooman.


Yesuusillee deebisee, «Idaayyichi isaan woliin uduu jiru worri jaalaa soomuu hin danda'aniiree? Idaayyichi uduu isaan woliin jiru jaaloonni soomuu hin danda'an.


Kunoo ani duraan dursee kana isinitti himeera.


Akka Gooftaa keenna Yesuus Kiristoos natti mudhiseetti jiruu lafa kanaa irraa dafee akka deemu hin beeka.


Akka inni maqaa kiyya baadhatu'uuf jedhee rakkatu aninuu isatti mudhisa» jedheen.


Akkuma dhaxxaniin, jeennanni sami'ii dhiyaatteerti jedha'aa lallabaa'a.


Hennaa isin woliin jiru, akka kana isiniin jedhe hin qaabattanii?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite