Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 16:25 - WAADAA LAMMATAA

25 «Kana fakkeennaan isinitti himeera. Haata'uu ammoo waan Aabba addaataa isinitti himu malee achiin gama mammaakaan hennaan hin dubbanne hin dhufa.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 «Haga ammaa titti fakkeennaan isinitti himee jira, ammaa achitti fakkeennaan yeroon isinitti hin himnne ni dhufa, garuu waayee Waaqa Abba'aatiif waan maraa ibisee, isinitti ni hima.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 «Kana fakkeennaan isinitti himeera. Haa ta'uu ammo waan Aabba addaataa isinitti himu malee achiin gama mammaakaan hennaan hin dubbanne hin dhufa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 16:25
19 Referans Kwoze  

«Waan isinitti himu ammallee waan heddu qaba. Haata'uu ammoo mara isaa qaabachuu hin dandeettan.


Yesuusillee fakkeenna kana isaanitti hime, isaan ammoo waan inni itti hime hin qalbifanne.


Achiin maayessa Yesuus akkana isaaniin jedhe: «Mammaaka kana hin hubannee? Eegasuu attamitti mammaaka biraa beettan ree?


Haata'uu ammo nu waan dhossa'aatii fi waan nama saalfachiisu ganneerra; dharaan hin deddeebinu. Dubbii Rabbii sobaan wolitti hin hin mannu. Dhugaa ibsu'uun waan sammuu nama maraatiif tolu Rabbiin afo'otti goona.


Mana sagada Yihuudotaa keessaa isin baasanii kana caalaallee akkasuma worri isin ajjeesan maruu akka waan Rabbii hojjataaranii hennaan isaanitti fakkaatu hin dhufa.


Inni waa maraa mammaakaan isaanitti hime. Hennaa darasoota ufii woliin hojja jiran ammoo, inni waa maraa isaanii ibsa'aa ture.


Inni waan kana ibsee dubbate. Pheexroos Yesuusiin ufitti sissee isa teedeffatuu jalqabe.


Yihuudonni isa marsanii, «Haga yoomii mamii keessa nu tursiifta? Ati yoo Kiristoosiin taate ifa godhii nutti himi» jedhaniin.


Amma isin maruu gara manaa hennaan bittinnooftan, sa'aatiin nallee hojjatti dhiiftan hin dhufa ammaa gayeera, haata'uu ammoo Aabba waan na woliin jiruuf hojja kiyyaa mit.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite