Wongeela Yohaannis 16:21 - WAADAA LAMMATAA21 Dubartiin hennaa deettu jiini dayiinsa isi'ii waan itti gayeef hin gadditi, haata'uu ammoo yoo daa'ima deetteen maayii waan namni biyya lafaatitti dhalateef sababa gammaddeef maayessa dhiphachuu isi'ii san maraa hin irraanfatti. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 Dubarttiin yeroo deetutti guyyaan ciniinssu'uu isi'ii waan gayeef ni gadditi, eega deetteen duubatti garuu biyya lafaa irratti daa'imnni waan dhalateef, gammachuu isi'ii irraa ka ka'een, sarddama isi'ii hin yaadattu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Dubartiin hennaa deettu jiini dayiinsa isi'ii waan itti gayeef hin gadditi, haa ta'uu ammo yoo daa'ima deetteen maayii waan namni biyya lafaatitti dhalateef sababa gammaddeef maayessa dhiphachuu isi'ii san maraa hin irraanfatti. Gade chapit la |