Wongeela Yohaannis 16:19 - WAADAA LAMMATAA19 Yesuusillee akka gaafachu'uuf ta'an beekee akkana isaaniin jedhe, « ‹Hennaan diqqoon hin jirti na argitanille'e, akkasuma hennaan diqqoon hin jirti na hin argitan› waan jedheef, kana wol qortanii? Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Yesus'llee isa gaafachu'uuf akka barbaadan beekee akkana isaaniin jedhe, «Ufii keessan ka wol gaafattan, ‹yeroo muraasaan duubatti ana hin argitan, ammoo yeroo muraasaan duubatti ana ni argitan› waan isiniin jedheef moo? Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Yesuusillee akka gaafachu'uuf ta'an beekee akkana isaaniin jedhe, « ‹Hennaan diqqoon hin jirti na argitan, akkasuma hennaan diqqoon hin jirti na hin argitan› waan jedheef kana wol qortanii? Gade chapit la |