Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 16:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Wonti Aabbaa maruu kiyya. Kanaaf, ‹Ka ani qabu irraa fuudhee isinitti hima› jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Wonitti ka Waaqa Abba'aa ta'e marrinuu kiyya, ‹kiyya ka ta'e irraa fudhatee isinitti ni hima› ka isiniin jedhe kanaaf.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Wonti Aabbaa maruu kiyya. Kanaaf, ‹Ka ani qabu irraa fuudhee isinitti hima› jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 16:15
12 Referans Kwoze  

Kiyya maruu keeti, kankeellee kiyya. Anillee waan isaaniitiif kabajjameera.


Abbaan Ilma ufii hin jaalata, waan maraa isatti kenneera.


Wonti martinuu Abbaa kiyya irraa naa kennameera. Abbaa malee ka Ilma beeku hin jiru. Akkasuma Ilma isaatii fi worra Ilmi isaa itti mudhisutu Abbaa beeka malee, eennullee ka Abbaa beeku hin jiru.


Rabbi guutumaan guutu'utti isa keessa akka jiraatuuf, karaa isaatiin dhiiga fannoo irratti jigeen nagaya buuseeti waan ardi'ii fi samii irra jiru maraa ufiin wolitti araarsu'uuf waan fedheef.


«Maruu abbaa kiyya irraa naa kennameera. Ilmillee eennuun akka ta'e abbaa malee ka beeku hin jiru. Abbaan eennu akka ta'e ilmaa fi ka ilmi isaa ibsu'uuf fedhu malee ka beeku hin jiru» jedhe.


Yesuusillee gara isaanii dhufee, «Baalliin maruu ardi'ii fi sami'ittillee naa kennameera.


Yesuus Aabbaan maraa harka isaatitti dabarsee akka kenne Rabbiin biraallee akkuma baye, gara Rabbiillee akka deemu beekee,


Guutummaan Rabbummaa isaa maruu nafa Kiristoosii irratti mudhatee waan jiruuf,


Galmee dhokate ka ogumma'aatii fi ka beekkomsaa maruu isaan waan ta'eef.


Ka ajanyi kiyya isa bira jirtu eegu, ka na jaalatu isa, ka na jaalatu Abbaan kiyya hin jaalataan, anillee hin jaaladhaan ufillee itti mudhisa.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite