Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 16:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Akka hin guffanneef kana isinitti hime.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 «Kunoo, kana maraa ka isinitti hime amantiin keessan akka hin raaffaminneef jedheeti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Akka hin gufanneef kana isinitti hime.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 16:1
11 Referans Kwoze  

Isaan worra hin amanne waan ta'aniif, dubbii isaatiin gufatan. Isaanillee worra kufaati'iif qophaayan.


Haata'uu ammoo inni hidda hin qabu, hennamaaf jabaata malee, sababa dubbii Rabbiitiif hennaa rakkinniinii fi ari'amuun dhufee yoma san gufatan.


Haata'uu ammoo yoo hennaan gaye, akka ani isinitti himetti akka yaaddaniif kana isinitti hime. Qara waan isin woliin jiruuf kana isinitti hin himne.


Hennaa san namoonni hedduu amantaa irraa duubatti deebi'an, isaan dabarsanii wol kennan, Wolillee hin jibban.


Waan obboleessa kee gufachiisu foon nyaatuu yookaan daadhii woyini'ii dhuguu dhiisuu, waan biraallee yoo ta'e dhiisuun misha'a.


Kanaaf isaan isa tuffatan. Yesuus ammoo isaaniin, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufiitii fi mana ufii keessatti ulfinna hin argatu» jedhe.


Hiyyeeyyi'iifillee Oduun Nagayaa hin lallabama. Namni waan kiyya hin mamne maruu ka eebbifame.


Akka gammachuun kiyya isin keessa taa'u gammachuun keessanillee akka raawwatamu kana isinitti himeera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite