Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 15:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Akkuma Abbaan kiyya na jaalate, anillee akkasuma isin jaaladheera. Jaalala kiyyaan jiraadhaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Waaqinni Abbaan ana akkuma jaalate, ani'llee isin ni jaaladhe, kanaaf jaalala kiyyaan jiraadhaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Akkuma Abbaan kiyya na jaalate, anillee akkasuma isin jaaladheera. Jaalala kiyyaan jiraadhaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 15:9
9 Referans Kwoze  

Jaalalli na jaalatteen isaan keessa akka ta'u, anillee isaanitti maqaa kee beessiseera, ammallee hin beessisa» jedhe.


Ammallee ijoolle, akka hennaa inni dhufe amantaa nuu ta'u akka hennaa dhufa isaa isa afo'otti hin saalfanne isa keessa jiraadhaa'a.


Lubbuu ufii jaalalloota ufiitii kennuu caalaa, jaalala kana caalu eennullee hin qabu.


Akka gammachuun kiyya isin keessa taa'u gammachuun keessanillee akka raawwatamu kana isinitti himeera.


Hiddinii fi hundeen keessan akka jaalalaan dhaabatu jaalala Kiristoosii ka badhinni, dheerinni, ol fageenninii fi gadi fageenni hagam akka ta'eef hubannaa sammuu namaatii ol ta'ee, woyyoota maraa woliin beeku'uuf akka waan Rabbii maraan jabaattanii guuttamtaniif isinii kadhadha.


Isin ammoo jaalaloota tiyya, amantaa keessan ka waa maraa caalaa qulqulluu ta'een uf ijaaru'uuf jabaata'aa Ayyaana woyyu'uun faateffadhaa'a!


Abbaan Ilma ufii hin jaalata, waan maraa isatti kenneera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite