Wongeela Yohaannis 15:8 - WAADAA LAMMATAA8 Uduu daraaraa heddu godhattanii darasoota kiyya taatani, Abbaan kiyya kanaan kabajjama. Gade chapit laWaadaa Haarawa8 Firii baayi'ee yoo daraarttan kanaan Abbaan kiyya ni ulffaata, isin'llee barattoota kiyya ta'uu keessan ni muldhifttan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Uduu daraaraa heddu godhattanii darasoota kiyya taatan, Abbaan kiyya kanaan kabajjama. Gade chapit la |