Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 15:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Na keessa yoo jiraattan dubbii yoo isin keessa jiraate waan barbaaddan maraa kadhadha'aa isinii ta'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Anaan yoo jiraattan dubbiin kiyya'llee isin keessa yoo jiraatee, waan barbaaddan yoo kadhattan ni argattan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Na keessa yoo jiraattan, yoo dubbiin kiyyallee isin keessa jiraate waan barbaaddan maraa kadhadhaa'a isinii ta'aa.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 15:7
24 Referans Kwoze  

Waa maraa akka fedha isaatitti yoo kadhanne, Inni nu dhagaya. Uggi nu isa biratti qabnullee kana.


Ani gara Aabbaa waan deemuuf, Aabballee waan Ilmaatiin akka kabajjamu waan maqaa kiyyaan kadhattan maraa hin godha.


Ajaja isaa waan eennuuf, afoo isaatitti worra isa gammachisuu waan taaneef waan kadhannu maraa isaa irraa arganna.


Anatu isin filate malee, isin na hin filanne, Aabballee waan maqaa kiyyaan kadhattan maraa akka isinii kennu, deemtanii daraaraa akka godhattan, daraaraan keessanillee akka jiraatuuf isin muude.


«Kadhadhaa'a isinii kennamaa; barbaadaa'a hin argattanii; balbala dhadhayaa'a isin jalaa banamaa.


«Guyyaa san, ana irraa waan tokko hin kadhattan, dhugama dhuga'aatiin isiniin jedha Aabba waan maqaa kiyyaan kadhattan maraa isinii kenna.


Haata'uu ammoo akkana jedha; Ayyaana Woyyu'uun jiraadhaa'a; hawwii foonii sirima hin raawwatinaa'a.


Dibanni isin Kiristoosiin irraa argattan isin irra jira. Eennullee isin barsiisuu hin barbaachisu. Haata'uu ammoo dibanni Ayyaanaa waa maraa akka isin barsiisu, dhugaa akka ta'eef soba akka hin taane akkuma isin barsiisan sanitti isaan jiraadhaa'a!


Abboota, waan ka duraan jiru waan beettaniif isinii barreessa. Ka'imman, jajjaboota waan taataniif dubbiin Rabbii waan isin keessa jiruuf waan hamaa waan mooyattaniif isinii barreessa.


Dubbiin Rabbii guutumatti isin keessa haa jiraatu. Ogummaa maraan wol barsiisaa'a, wol gorsaa'a, Ayyaanaan faaruu faarfachu'uun badhaadhummaa isaatiin onnee keessan keessatti Rabbiin faarfadhaa'a.


Akka isin fiixaa Abrahaamii taatanillee ani hin beeka. Haata'uu ammoo jechi kiyya isin keessa waan hin jirreef na ajjeesuu barbaaddan.


Haata'uu ammoo, haga guyyaa gaafa haganaa abbaan qabeetitti harka worra isaa guddisuu fi worra isa bulchu jala jiraata.


Yesuusillee Yihuudota isatti amananiin, «Isin yoo dubbii kiyyaan jiraattan, isin dhugamaan darasoota tiyya, dhugaallee hin beettan dhugaanillee bilisa isin baasa» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite