Wongeela Yohaannis 15:6 - WAADAA LAMMATAA6 Ka ana keessa hin jiraanne yoo jiraate, akka dame'e muramee gara diidaa gatama, hin goga; dameewwan akkasii wolitti qabamee ibiddatti gatamee gubama. Gade chapit laWaadaa Haarawa6 Anaan ka hin jiraanne akka dame'ee gara alaa titti gatamee ni goga, dameewwan akkana jiran kunniin, wolitti qabamanii gara ibiddaa itti gatamaniiti ni gubatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu6 Ka ana keessa hin jiraanne yoo jiraate, akka dame'ee muramee gara diidaa gatama; hin goga; dameewwan akkasii wolitti qabamee ibiddatti gatamee gubama. Gade chapit la |