Wongeela Yohaannis 15:5 - WAADAA LAMMATAA5 «Ani jirma woyini'ii ti, isinilee damee kiyya, anaan addatti womaa godhuu waan hin dandeenneef, ka naan jiraatu, ka anilee isa keessa jiraadhu inni daraaraa heddu daraara. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Ani gudeelcha muka woyinni'iiti, isin'llee dameewwan kiyya, firii baayi'ee daraaru ka danda'u ka anaan jiraatuu fi ka ani'llee isa keessa jiraadhu, garuu ana malee womaayyuu raawwachu'uuf hin dandeettan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 «Ani jirma woyini'iiti; isinillee dameewwan kiyya; anaan addatti womaa godhuu waan hin dandeenneef; ka naan jiraatu, ka anillee isa keessa jiraadhu inni daraaraa heddu daraara. Gade chapit la |