Wongeela Yohaannis 15:4 - WAADAA LAMMATAA4 Ana keessa jiraadhaa'a, anillee isin keessa jiraadha. Dameen yoo jirma woyini'ii irra hin jiraanne, ufitti daraaraa daraaruu akka hin dandeene, akkasuma isin ammoo ana keessa yoo hin jiraanne daraaruu hin dandeettan. Gade chapit laWaadaa Haarawa4 Ana keessa jiraadhaa, ani'llee isiniin ni jiraadhaa, dameen gudeelcha muka woyinni'ii irratti jabaate yoo jiraate malee, mataa isaa qofatti firii daraaru'uuf akkuma hin dandeenne, isin'llee anaan yoo jiraachuu dhabaatan, firii daraaru'uuf hin dandeettan.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu4 Ana keessa jiraadhaa'a; akkasuma anillee isin keessa jiraadhaa. Dameen yoo jirma woyini'ii irra hin jiraanne, ufitti daraaraa daraaruu akka hin dandeenne, akkasuma isin ammo yoo ana keessa hin jiraanne daraaruu hin dandeettan. Gade chapit la |