Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 15:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Isin dubbii amma ani isinitti hime kanaaf qulqulloota.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Isin'llee waayee dubbii isinitti himeetiin amma qulqullaayomota.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Isin dubbii amma ani isinitti hime kanaaf qulqulloota.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 15:3
6 Referans Kwoze  

Dhugaan isaan woyyoomsi dubbiin kee dhuga'aa.


Dhuga'aaf ajajamma'aa jaalala obbolumma'aa ta uf tuullumma hin qabneen lubbuu teessan qulqulleessa'aa gara'aan jabeessa'aa wol jaaladhaa'a.


Yesuusillee, «Ka dhiqate luka dhiqachuu malee ka biraa hin barbaachisuun nafti maruu ammoo qulqullu'u. Isinillee qulqulloota, haata'uu ammoo isin maraa miti» jedheen.


Damee daraaraa hin baafne ka na irra jiru maraa Abbaan kiyya kutee gata; ka daraaru maraa guddisee akka daraaru hin tottolcha.


Isaannillee akkasuma dhuga'aan worra woyyooman akka ta'an ani waan isaaniitiif uf woyyoomsa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite