Wongeela Yohaannis 15:25 - WAADAA LAMMATAA25 Haata'uu ammoo seera isaaniititti akkanumaan na jibban jedhamee dubbiin barreeffame akka raawwatamuuf kun ta'e. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Kun'llee ka ta'e ‹sababa malee ana ni jibban› jedhamee, seera isaanii keessatti dubbiin barreeffame akka raawwatamuuf.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Haa ta'uu ammo seera isaaniititti akkanumaan na jibban jedhamee dubbiin barreeffame akka raawwatamuuf kun ta'e. Gade chapit la |