Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 15:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Lubbuu ufii jaalalloota ufiitii kennuu caalaa, jaalala kana caalu eennullee hin qabu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Naminni lubbuu isaa waayee waaheloota isaatiif dabarssee kennuu, ka caalu jaalala hin qabu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Lubbuu ufii jaalalloota ufiitii kennuu caalaa, jaalala kana caalu eennullee hin qabu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 15:13
8 Referans Kwoze  

«Tisseen mishaan ana. Tisseen mishaan hoolota ufiitiif lubbuu ufii dabarsee kenna.


Akkuma Kiristoos isin jaalate, kenna'aa fi ciincaa urgaayaa uf godhee Rabbiif uf kenne, isinillee jaalalaan jiraadhaa'a.


«Isin jaalalloota tiyya akkana isiniin jedha, worra isin ajjeesan san caalaa ammoo worra womaa godhuu hin dandeenne hin sodaatinaa'a.


Isaannillee akkasuma dhuga'aan worra woyyooman akka ta'an ani waan isaaniitiif uf woyyoomsa.


Inni waan lubbuu ufii dabarsee nuu kenneeruuf, jaalalti maal akka taate kanaan beenna. Nullee waan obboleewwan teennaatiif lubbuu teennaa kennuu nu barbaachisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite