Wongeela Yohaannis 14:9 - WAADAA LAMMATAA9 Yesuusillee akkana jedheen, «Ati Filiphoosi haga bara kana maraa isin woliin hennaa jiraadhe na hin beettuu? Ka na arge Aabbaan argeera, attamitti ati, ‹Aabbaan nutti mudhisi› jettaa? Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebiseef, «Yaa Filiphos! Yeroo kana mara isi'iin woliin yoo jiraadhutti, ana hin beekittu moo? Ana ka arge Waaqa Abbaa ni arge, eegaa ati, ‹Waaqa Abbaa nutti muldhisi› attamitti jetta ree? Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Yesuus akkana jedheen, «Ati Filiphoos! haga bara kana maraa hennaa isin woliin jiraadhe na hin beettuu? Ka na arge Aabbaan argeera; ati attamitti, ‹Aabbaan nutti mudhis› jetta? Gade chapit la |