Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 14:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Toomaasillee, «Gooftaa'a! Gara ati deemtu hin beennu karaa attamiin beenna?» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Toomaas'llee, «Yaa Gooftaa! Garam akka deemittu hin beekinnu, eegaa, karaa attamitti beeku'uuf danddeenna ree?» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Toomaas, «Gooftaa'a! gara ati deemtu hin beennu karaa attamiin beenna?» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 14:5
10 Referans Kwoze  

Kanaaf Toomaas ka Didimoos jedhamu goshoota isaa darasootaan «Koottaa nullee dhandhee isa woliin duunaa» jedhe.


Yesuus deebisee, «Isin dhaloota hin amanne! haga yoomii isin woliin jiraadha? haga yoomii isinii obsa? mucaa gara kiyya as fidaa'a!» jedhe. Isaanillee mucaa gara isaa fidan.


Akkuma ani isin jaaladhe, isinillee akka wol jaalattan ajanyi tiyya tana.


Innillee akkana isaaniin jedhe, «Isin bada worra hin hubannee fi worra waan raattonni dubbatan maratti ka qalbiin keessan hin amanne,


Filiphoos, Bartolomewoos, Toomaas, Maatewoosii qaraxa qaraxu Yaaqoobii ilma Alfewoosii, Taadewoosii Libidiyuus jedhamu.


Gara ani dhaqullee hin beettan. Karaallee hin beettan» jedhe.


Amma ammoo gara ka na ergee deema; isin keessaallee eessa deemta? jedhee ka na gaafatu hin jiru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite