Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 14:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Dhaqeellee hulee yoo isinii qopheesse, hulee ani jiraadhu isinillee ammoo akka jiraattan lammata deebi'ee dhufee, gara kiyya isin fudhadha.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Deemee bakka eega isinii qopheesseen duubatti bakka ani jiru akka jiraattaniif, lammaffaa deebi'ee isin ni fudhadha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Dhaqeellee yoo hulee isinii qopheesse, hulee ani jiraadhu isinillee ammo akka jiraattan lammata deebi'ee dhufee gara kiyya isin fudhadha.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 14:3
20 Referans Kwoze  

Ka naa hojjatu yoo jiraate, na faanaa haa deemuu; hulee ani jirullee hin jiraata. Ka naa hojjatu yoo jiraate Aabba hin kabajjaan.»


Yoo obsinee jabaanee dhaabanne, akkasuma isa woliin moona. Yoo isa waakkanne, akkasuma, innillee nu waakkata.


«Namoota Galiila'aa, maaf dhaabattanii gara sami'ii laaltan? Yesuusiin isin biraa gara sami'ii baye kun akkuma hennaa deemu argitan akkasuma deebi'ee hin dhufa» isaaniin jedhe.


akkasuma Kiristoosillee ammoo cubbuu namoota hedduu baadhatu'uuf hennaa tokko haga ciincaa ta'een maayii, isaan fayyisu'uuf worra cubbuu malee isa eeggataniif lammaffaa deebi'ee isaanitti mudhata.


Nu ijoollee Rabbii eega taane worra waa mara argatu; nu waa maraa Rabbiin biraa arganna. Eega Kiristoosiin woliin rakkinni nurra gaye, nullee isa woliin ulfinnaa fi waan Kiristoos argatu maraa isa woliin arganna.


‹Ani hin deema, gara keessanillee hin dhufa› akka isiniin jedhe dhageettaniirtan. Uduu ka na jaalattan ta'ee, waan Aabba na caaluuf, gara Aabbaa waan deemeef silaa hin gammaddan.


«Abbaa! Uduu adunyaan hin uumamne waan na jaalatteef, ulfinna naa kennite akka argan hulee ani jiru; isaaniin naa kennitellee akkasuma woliin akka ta'an jaaladha.


Akkuma ani mooyadhee teessoo abbaa kiyya irra taa'e, akkasuma ka mooyate na woliin teessoo jeennata kiyyaa irra akka taa'u hin kennaaf.


Waan lamaan kanaan dhiphata'aa deemee Kiristoosiin woliin jiraachu'uuf dharra'a. Inni maraa irra mishaa waan ta'eef.


Gara ani dhaqullee hin beettan. Karaallee hin beettan» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite