Wongeela Yohaannis 14:16 - WAADAA LAMMATAA16-17 Ani Aabbaan hin kadhadha, Innillee baraa haga bara baraa ka isin woliin jiraatu ka isin jajjabeessu ka biraa isinii kenna. Innillee ka adunyaan hin arginee fi hin beenne waan ta'eef, ayyaana dhuga'aa ka isaan amanuu hin dandeenne. Haata'uu ammo isin bira waan jiraatuuf isin keessaallee waan jiraatuuf isin hin beettaniin. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Ani Waaqa Abbaa ni kadhadha, inni'llee bara baraaf ka isin woliin jiraatu jajjabeessaa bira'aa, isinii ni kenna. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Ani Aabbaan hin kadhadha; Innillee baraa haga bara baraa ka isin woliin jiraatu, ka isin jajjabeessu ka biraa isinii kenna. Gade chapit la |