Wongeela Yohaannis 14:11 - WAADAA LAMMATAA11 Ani akka Aabbaan keessa jiru Aabballee akka na keessa jiru na amanaa yoo ta'uu dhabaatellee waan hujii isaatiif na amanaa'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa11 Ani Waaqa Abbaa keessa akkuma jiru, Waaqinni Abbaan'llee ana keessa akka jiru amanaa, yoo ta'uu dhabaate sababaa hujiiwwan kiyyaatiin ana amanaa. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Ani akka Aabbaan keessa jiru; Aabballee akka na keessa jiru na amanaa'a; yoo ta'uu dhabaatellee waan hujii isaatiif na amanaa'a. Gade chapit la |