Wongeela Yohaannis 14:10 - WAADAA LAMMATAA10 Akkuma Ani Aabbaan keessa jiru, Aabballee na keessa akka jiru hin amantuu? Ani dubbii isinitti himu uf irraa hin dubbadhu. Uf irraallee isinitti hin himu. Haata'uu ammo ka na keessa jiru inni Aabba hujii ufii hin hojjata. Gade chapit laWaadaa Haarawa10 Ani Waaqa Abba'aan akka jiru, Waaqinni Abbaan'llee ana keessa akka jiru, hin amanttuu ree? Dubbii isinitti dubbadhu aangoo mataa kiyyaatiinii miti, garuu hujii maraa ka hojjatu Waaqa Abbaa ana keessa jiraatu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Akka Ani Aabbaan keessa jiru, Akka Aabballee na keessa jiru hin amantuu? Ani dubbii isinitti himu uf irraa hin dubbadhu; uf irraallee isinitti hin himu. Haa ta'uu ammo ka na keessa jiru inni Aabba hujii ufii hin hojjata. Gade chapit la |