Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 14:1 - WAADAA LAMMATAA

1 «Garaan keessan hin raafamin, Rabbitti amanaa'a; nattillee ammoo amanaa'a!

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Onneen keessan hin sarddamin, Waaqatti amanaa, anatti'llee amanaa,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus itti aansee darasoota ufiitiin, «Garaan keessan hin raafamin; Rabbitti amanaa'a; nattillee ammo amanaa'a!

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 14:1
37 Referans Kwoze  

Yesuusillee laagaa ol qabatee akkana jedhe, «Ka anatti amanu kana ergetti amane malee anattii miti.


Namni Ilma isaa argee itti amanu maruu jireenna bara baraa haa argatuuf fedhiin abbaa kiyyaa kana. Anillee guyyaa dhumaa san hin kaasaan.


Hennaa wonti sun ta'e ana akka ta'e akka amantaniif ammaa jalqabee firrisee uduu hin taane isinitti hima.


Kanaafuu anillee akkasuma isin biratti waan ta'uuf waan Gooftaa Yesuus Kiristoositti amanu'uutiif jaalala isin woyyoota maraaf qabdan dhagayee,


«Amma lubbuun tiyya raafamte maal jedhalle'e? ‹Abbaa kiyya hennaa tana jalaa na oolchi jedha moo?› kana akka hin jenne ammoo, ani wonti dhufeef rakkoo tanaaf.


Namni akkana jiru gadda gudda'aan akka hin liqimfamne isa irraa deebitanii dhiifamsa isaa godha'aatii jajjabeessaa'a.


Yesuus isiinii fi Yihuudonni isii woliin dhufan hennaa booyan argeeti, uf keessatti gadde biibbayee, «Eessa keettan?» Isaaniin jedhe.


Kanallee wonti isin irratti godhaniif, Aabbaa fi anallee waan hin beenneef.


Haata'uu ammoo kana waan isinitti himeef gaddi garaa keessan keessa guuteera.


Haga ammaa maqaa kiyyaan womaa hin kadhanne. Gammachuun keessan guutuu akka ta'u kadhadhaa'a hin argatanii.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite