Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:9 - WAADAA LAMMATAA

9 Simoon Pheexroosillee, «Gooftaa'a! Eegasuu, luka kiyya calla'aa mitii, harka kiyyaa fi mataa kiyyallee naa dhiqi!» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

9 Simoon Phexiros'llee, «Yaa Gooftaa! Akkana eega ta'e ammoo miila kiyya qofa uduu hin ta'in harkaa kiyya'llee, mataa kiyya'llee naa miici!» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Simoon Pheexroosillee, «Gooftaa'a! eegasuu luka tiyya calla'aa mitii harka kiyyaa fi mataa kiyyallee naa dhiqi!» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:9
9 Referans Kwoze  

Bisaan kun fakkeenna cuupha'aa ta'ee amma nu fayyisa. Cuuphaan kunillee cuuphaa xurii nafaa dhiqachu'uu uduu hin taane waadaa namni yaada qulqullu'uun Rabbiin kadhatu. Kunillee du'aa ka'iinsa Yesuus Kiristoosii ti.


sodaa sammu'uu ka dharaa irraa qulqullaayu'uun garaa keenna qulqulleeffannee, nafa keenna bisaan qulqullu'uun dhiqannee, amantaa hubanneen garaa qajeelaa'an Rabbitti haa dhiyaannuu.


Philaaxoos booressuu ta'a malee womaa godhuu akka hin dandeenne haga arge, bisaan fudhateeti, dhiiga nama qajeela'aa kana irraa ani qulqullu'u; isintu itti gaafatama jedhee, gumii afo'otti harka ufii dhiqate.


Pheexroosillee, «Luka tiyya baraa haga bara baraa hin dhixxu» jedheen. Yesuusillee, «Yoo si dhiqe malee, na woliin hiree hin qabdu» jedhee deebiseef.


Yesuusillee, «Ka dhiqate luka dhiqachuu malee ka biraa hin barbaachisuun nafti maruu ammoo qulqullu'u. Isinillee qulqulloota, haata'uu ammoo isin maraa miti» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite