Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Yesuusillee deebisee, «Waan ani godhu ati amma hin beettu, maayii ammoo hin hubatta» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Yesus'llee, «Waan ani raawwadhu ati amma hin beekitu, maa'ii garuu ni hubatta» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Yesuus deebisee, «Waan ani godhu ati amma hin beettu; maayii ammo hin hubatta» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:7
11 Referans Kwoze  

Darasonnillee waan kana dura hin hubanne, haata'uu ammoo haga Yesuus kabajjameen maayii, hennaa san kun waan isaatiif akka barreeffame kana akka isaa godhan qaabatan.


Ayyaanni Woyyuun Abbaan kiyya maqaa kiyyaan ergu ammoo booharsaan inni waa maraa isin barsiisa. Waan ani isinitti hime maraa isin qaabsisa.


Simoon Pheexroosillee, «Gooftaa'a! Eessa dhaqa'aarta?» jedhee isa gaafate. Yesuusillee, «Gara ani deemu amma na faana deemuu hin dandeettu; haata'uu ammoo maayii na faanaa dhufta» jedhee deebiseef.


Gara Simoon Pheexroosii dhufee, innillee, «Gooftaa'a! luka kiyya dhixxaa?» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite