Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Gara Simoon Pheexroosii dhufee, innillee, «Gooftaa'a! luka kiyya dhixxaa?» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 Yesus gara Simoon Phexirosii yeroo dhufetti'llee Simoon Phexiros, «Yaa Gooftaa! Ati miila kiyya ni miicca ree»? jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Gara Simoon Pheexroosii dhufee inni isaan, «Gooftaa'a! luka tiyya dhixxaa?» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:6
5 Referans Kwoze  

Ka na maayessa dhufu ka ani miseensa kophee isaatuu hiikuun naaf hin malle kabajjamaan kana» isaaniin jedhe.


Simoon Pheexroos ammoo kana hennaa arge jilba Yesuusii jalatti kufee, «Gooftaa'a, ani cubbama'a natti hin dhiyaatin!» jedheen.


Bisaan waan luka namaa ittiin dhiqanitti buuse. Luka darasootaa dhiqee carqii mudhi'itti hidhateen gossuu jalqabe.


Yesuusillee deebisee, «Waan ani godhu ati amma hin beettu, maayii ammoo hin hubatta» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite