Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Nyaata irraa ka'ee uffata ufii lafa kaayatee carqii ittin luka gossu fuudhee mudhi'itti hidhatee.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Kanaaf bakka nyaataatii ka'ee uffata isaa lafa ni kaaye, subbee ittiin sukkuumu'llee fudhee hidha isaa titti ni hidhate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Nyaata irraa ka'ee uffata ufii lafa kaayatee carqii ittiin luka gossu fuudhee mudhi'itti hidhatee,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:4
9 Referans Kwoze  

Kennaa arjummaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii waan beetaniirtaniif, dureessa uduu ta'u, isin hiyyummaa isaatiin akka dureeyyii taatan waan keessaniif hiyyeessa ta'e.


Ka hurbaata'aaf taa'e yookiin ka hojjatu keessaa kamtu gudda'a? Ka taa'ee mitii? Ani ammoo isin eddu'utti akka hojjata'ati.


Garboonni gooftaan isaanii hennaa dhufu uduu hojjatan ka arguun, isaan worra eebbifame. Dhugamaan isiniin jedha, marxifatee isaan teessisee ufii dhaabatee isaan nyaachise.


«Isin keessaa namni tokko garbicha lafa qotu yookiin ka horii tissu qaba haa jennuu. Inni hennaa qonnaa deebi'u, ‹Koottuu as taa'ii hurbaata nyaadhu!› eentu jedhaan?


Garbicha saniin, ‹Nyaata naaf qopheessi, haga ani nyaadhee dhugee ka'utti marxifadhuu na tajaajili achiin maayessa atillee hin nyaattaa hin dhuddaa› jedhaanii mii?


Luka isaaniillee dhiqee, uffata ufii fudhatee deebi'ee taa'ee akkana isaaniin jedhe, «Waan ani isinii godhe hubattuu?»


Dhaamsi duraa ta dhageettan ta wol haa jaalannu jettu tana waan taateef,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite