Wongeela Yohaannis 13:22 - WAADAA LAMMATAA22 Darasoonni waan eennuu akka dubbate mamaniiti deebi'anii wol laalan. Gade chapit laWaadaa Haarawa22 Barattoonni isaa kana waayee eennuutiif akka dubbate beekuu dhabuu isaaniitiin, ufii isaaniitii woliin ni laalan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu22 Darasoonni waan eennuu akka dubbate mamanii deebi'anii wol laalan. Gade chapit la |