Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 13:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Yesuus kana jedhee keessi isaa raafamee, «Dhugama dhuga'atiin isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kenna» jedhee rage.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Yesus kana eega jedheen duubatti hafuura isaatiin sarddameeti, dhugaa isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarssee ana ni kenna jechu'uun, ibisee ni dubbate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Yesuus kana jedhee keessi isaa raafamee, «Dhugama dhuga'atiin isiniin jedha, isin keessaa tokko dabarsee na kenna» jedhee rage.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 13:21
17 Referans Kwoze  

Uduu waa nyaata'aarani, Yesuus, «Ani dhugamaan isiniin jedha, isin keessaa namni tokko dabarsee na kenna» jedhe.


«Waan keessan maraafi hin dubbadhu, ani worra filadhe san hin beekaa, haata'uu ammoo kitaabni, ‹Ka harka kiyya irraa nyaate deebi'ee natti ka'e› dubbiin jedhu akka raawwattamuuf.


Uduu isaan taa'anii nyaata'aaran Yesuus, «Ani dhugamaan isiniin jedha; isin keessaa tokko inni na woliin nyaata'aaru dabarsee na kenna» jedhe.


«Amma lubbuun tiyya raafamte maal jedhalle'e? ‹Abbaa kiyya hennaa tana jalaa na oolchi jedha moo?› kana akka hin jenne ammoo, ani wonti dhufeef rakkoo tanaaf.


Yesuus isiinii fi Yihuudonni isii woliin dhufan hennaa booyan argeeti, uf keessatti gadde biibbayee, «Eessa keettan?» Isaaniin jedhe.


Isaan nu biraa bayan malee worra keennaa miti. Uduu worra keenna ta'anii silaa nu woliin jiraatan. Haata'uu ammoo maruu akka worra keenna hin taane beessisu'uuf bayan.


Phaawuloos Ateena'atti uduu isaan eega'aaru waaqoleen tolfamaan qachaa keessa ka baayi'ataniiran argee, aaree garaan gubate.


Uduu hurbaataa nyaata'aaran daabiloos onnee Yihuudaa ilma Simoon ka biyya Asqorootu'uu akka inni dabarsee isa kennu haga hubateen maayii,


Yesuusillee uf keessatti gaddee gara awwaalaa dhufe. Huleen sun goda keessa dhaga'aan cufameera.


Yesuusillee imimmaan lolaase.


Innillee gar-jabeenna isaaniititti akka malee gaddee, aari'iin garagalee isaan laalee, namicha naafata'aan, «Harka kee diriirsi» jedheen. Namichillee harka ufii diriirse; harki isaallee hin fayye.


Achiin maayessa inni, «Lubbuun tiyya haga du'aa guddiftee gadditeerti. Isin as turaa na woliin jabaadhaa'a» isaaniin jedhe.


Darasoonni waan eennuu akka dubbate mamaniiti deebi'anii wol laalan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite